-
Keessa Deebii 4:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 “Ammas yaa Israaʼel, isin lubbuudhaan akka jiraattaniif,+ akkasumas lafa Yihowaan inni Waaqa abbootii keessanii taʼe isiniif kennutti seentanii akka dhaaltaniif, dambiiwwanii fi heerawwan ani akka eegdan isin barsiisu kana dhagaʼaa.
-
-
Galaatiyaa 3:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Seerichi amantii irratti kan hundaaʼe miti. Kanaa mannaa, “namni wantoota kana hojii irra oolchu kam iyyuu isaaniin ni jiraata.”+
-