-
Luqaas 10:27, 28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Namichis deebisee, “‘Waaqa kee Yihowaa* garaa kee guutuudhaan, lubbuu* kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaan, sammuu kee guutuudhaanis jaalladhu,’+ akkasumas ‘nama* akka ofii keetti jaalladhu’”+ jedhe. 28 Yesuusis, “Deebii sirrii kenniteetta; kana gochuu kee itti fufi, jireenyas ni argatta”+ isaan jedhe.
-
-
Roomaa 10:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Museen qajeelummaa karaa Seerichaa argamu ilaalchisee, “Namni wantoota kana hojii irra oolchu isaaniin ni jiraata” jedhee barreesseera.+
-
-
Galaatiyaa 3:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Seerichi amantii irratti kan hundaaʼe miti. Kanaa mannaa, “namni wantoota kana hojii irra oolchu kam iyyuu isaaniin ni jiraata.”+
-