Leewwota 18:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Dambiiwwan koo fi heerawwan koo eegaa; namni akkana godhu kam iyyuu isaaniin ni jiraata.+ Ani Yihowaa dha. Yohaannis 17:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Jireenya bara baraa argachuu akka dandaʼaniif,+ si Waaqa dhugaa isa tokkichaa+ fi Yesuus Kiristoos isa ati ergite sana beekuu* qabu.+
5 Dambiiwwan koo fi heerawwan koo eegaa; namni akkana godhu kam iyyuu isaaniin ni jiraata.+ Ani Yihowaa dha.
3 Jireenya bara baraa argachuu akka dandaʼaniif,+ si Waaqa dhugaa isa tokkichaa+ fi Yesuus Kiristoos isa ati ergite sana beekuu* qabu.+