- 
	                        
            
            Uumama 22:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
16 akkana jedhe: “Yihowaan akkana jedha: ‘Ani ofiin nan kakadha,+ ati kana waan gooteef, ilma kee isa tokkichas waan na hin dhowwanneef,+ 17 ani dhugumaan sin eebbisa; dhugumaan sanyii kee akka urjiilee samii fi akka cirracha qarqara galaanaatti nan baayʼisa;+ sanyiin kees karra* diinota isaa ni dhaala.+
 
 -