Baʼuu 23:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 “Utuu ati achi hin gaʼin isaan akka na sodaatan nan godha;+ saboonni si lolan hundi akka burjaajaʼan nan godha; diinonni kee hundi moʼamanii si duraa akka baqatan* nan godha.+ Keessa Deebii 1:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kunoo, ani biyyattii isin fuuldura kaaʼeera. Seenaatii biyyattii ishii Yihowaan abbootii keessan Abrahaam, Yisihaaqii+ fi Yaaqoobiif,+ akkasumas sanyii isaanii warra isaan booda dhufaniif kennuuf kakate dhaalaan fudhadhaa.’+
27 “Utuu ati achi hin gaʼin isaan akka na sodaatan nan godha;+ saboonni si lolan hundi akka burjaajaʼan nan godha; diinonni kee hundi moʼamanii si duraa akka baqatan* nan godha.+
8 Kunoo, ani biyyattii isin fuuldura kaaʼeera. Seenaatii biyyattii ishii Yihowaan abbootii keessan Abrahaam, Yisihaaqii+ fi Yaaqoobiif,+ akkasumas sanyii isaanii warra isaan booda dhufaniif kennuuf kakate dhaalaan fudhadhaa.’+