-
Baʼuu 32:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Yeroo kanatti Aaron, “Lootiiwwan warqii+ gurra haadhotii manaa keessan, ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa keessan irra jiran fuudhaatii gara kootti fidaa” isaaniin jedhe.
-
-
Baʼuu 32:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Museenis Aaroniin, “Sabni kun maal si goonaan cubbuu guddaa kana isa irratti fidde?” jedhe.
-