-
Lakkoofsa 14:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Goraadeedhaan akka dhumnuuf Yihowaan gara biyya kanaatti kan nu fide maaliifi?+ Haadhotiin manaa keenyaa fi ijoolleen keenya ni boojiʼamu.+ Gara biyya Gibxiitti utuu deebinee nuuf hin wayyuu?”+ 4 Kana irra darbees isaan, “Kottaa geggeessaa tokko muudnee gara biyya Gibxiitti haa deebinu!” waliin jedhu turan.+
-