Baʼuu 34:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Innis guyyaa 40 fi halkan 40f achuma Yihowaa bira ture. Inni nyaata hin nyaanne, bishaanis hin dhugne.+ Innis* jechoota kakuu sana, jechuunis Ajajawwan Kurnan* gabateewwan sana irratti ni barreesse.+
28 Innis guyyaa 40 fi halkan 40f achuma Yihowaa bira ture. Inni nyaata hin nyaanne, bishaanis hin dhugne.+ Innis* jechoota kakuu sana, jechuunis Ajajawwan Kurnan* gabateewwan sana irratti ni barreesse.+