Lakkoofsa 14:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Isin garuu Yihowaa irratti hin fincilinaa; namoota biyyattiis hin sodaatinaa;+ sababiin isaas, nuti akkuma buddeenaatti isaan ni nyaanna.* Eegduun isaanii isaan dhiiseera; Yihowaan nuu wajjin jira.+ Isaan hin sodaatinaa.”
9 Isin garuu Yihowaa irratti hin fincilinaa; namoota biyyattiis hin sodaatinaa;+ sababiin isaas, nuti akkuma buddeenaatti isaan ni nyaanna.* Eegduun isaanii isaan dhiiseera; Yihowaan nuu wajjin jira.+ Isaan hin sodaatinaa.”