Keessa Deebii 6:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Achiis akkuma harʼa taʼaa jiru kanatti lubbuudhaan jiraachuu keenya akka itti fufnuuf,+ Yihowaan dambiiwwan kana hundumaa akka raawwannu, akkasumas yeroo hundumaa gaarii akka nuuf taʼutti Waaqa keenya Yihowaa akka sodaannu nu ajaje.+
24 Achiis akkuma harʼa taʼaa jiru kanatti lubbuudhaan jiraachuu keenya akka itti fufnuuf,+ Yihowaan dambiiwwan kana hundumaa akka raawwannu, akkasumas yeroo hundumaa gaarii akka nuuf taʼutti Waaqa keenya Yihowaa akka sodaannu nu ajaje.+