Baʼuu 22:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “Isinis biyya Gibxii keessatti nama biyya ormaa waan turtaniif,+ ati nama biyya ormaa irratti daba hin raawwatin yookiin isa hin cunqursin.+ Leewwota 19:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Namni biyya ormaa isinii wajjin jiraatu akkuma lammii biyyattii isiniif haa taʼu;+ isin akka ofii keessaniitti isa jaalladhaa; sababiin isaas, isin biyya Gibxii keessatti namoota biyya ormaa turtan.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha.
21 “Isinis biyya Gibxii keessatti nama biyya ormaa waan turtaniif,+ ati nama biyya ormaa irratti daba hin raawwatin yookiin isa hin cunqursin.+
34 Namni biyya ormaa isinii wajjin jiraatu akkuma lammii biyyattii isiniif haa taʼu;+ isin akka ofii keessaniitti isa jaalladhaa; sababiin isaas, isin biyya Gibxii keessatti namoota biyya ormaa turtan.+ Ani Waaqa keessan Yihowaa dha.