Baʼuu 15:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Inni fayyina waan naaf taʼeef, Yaah* jabina koo fi guddina koo ti.+ Inni Waaqa koo ti, isa nan jajadha;+ Waaqa abbaa kootii ti,+ ol isa nan qaba.+ Mulʼata 19:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Anis sagalee sagalee namoota hedduu, sagalee bishaanota hedduu fi sagalee kakawwee guddaa fakkaatu nan dhagaʼe. Isaan akkana jedhan: “Waaqni keenya Yihowaan* Inni Hundumaa Dandaʼu+ mootii taʼee bulchuu waan jalqabeef+ Yaahiin jajadhaa!*+
2 Inni fayyina waan naaf taʼeef, Yaah* jabina koo fi guddina koo ti.+ Inni Waaqa koo ti, isa nan jajadha;+ Waaqa abbaa kootii ti,+ ol isa nan qaba.+
6 Anis sagalee sagalee namoota hedduu, sagalee bishaanota hedduu fi sagalee kakawwee guddaa fakkaatu nan dhagaʼe. Isaan akkana jedhan: “Waaqni keenya Yihowaan* Inni Hundumaa Dandaʼu+ mootii taʼee bulchuu waan jalqabeef+ Yaahiin jajadhaa!*+