Faarfannaa 83:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Ati inni maqaan kee Yihowaa taʼe,+Guutummaa lafaa irratti kophaa kee Isa Hundaa Olii+ taʼuu kee namoonni haa beekan. Faarfannaa 148:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Maqaan isaa qofti matumaa kan bira hin gaʼamne waan taʼeef,Isaan maqaa Yihowaa haa jajatan.+ Ulfinni isaa lafaa fi samiidhaa oli.+
18 Ati inni maqaan kee Yihowaa taʼe,+Guutummaa lafaa irratti kophaa kee Isa Hundaa Olii+ taʼuu kee namoonni haa beekan.
13 Maqaan isaa qofti matumaa kan bira hin gaʼamne waan taʼeef,Isaan maqaa Yihowaa haa jajatan.+ Ulfinni isaa lafaa fi samiidhaa oli.+