LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 6:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Ani Abrahaam, Yisihaaqii fi Yaaqoobitti Waaqa Hundumaa Dandaʼu+ taʼee mulʼachaan ture; haa taʼu malee, maqaa koo isa Yihowaa+ jedhamu guutummaatti isaaniif hin ibsine.+

  • Faarfannaa 68:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 Waaqayyoon faarfadhaa; maqaa isaatiif faarfannaa galataa faarfadhaa.*+

      Isa gammoojjii duwwaa keessa* gulufuuf faarfadhaa.

      Maqaan isaa Yaah* jedhama!+ Isa duratti gammadaa!

  • Isaayyaas 42:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Ani Yihowaa dha. Maqaan koos isa kana;

      Ulfina koo eenyuuf iyyuu hin kennu,*

      Galata koos fakkiiwwan bocamaniif hin kennu.+

  • Isaayyaas 54:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 “Sababiin isaas, Uumaan kee inni Guddichi+ siif akka abbaa manaa* ti,+

      Maqaan isaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti,

      Inni si furus+ Isa Qulqulluu kan Israaʼeli.

      Inni Waaqa guutummaa lafaa jedhamee ni waamama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi