LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 83:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Ati inni maqaan kee Yihowaa taʼe,+

      Guutummaa lafaa irratti kophaa kee Isa Hundaa Olii+ taʼuu kee namoonni haa beekan.

  • Luqaas 11:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanaafuu, inni akkana isaaniin jedhe: “Yeroo kadhattan hundatti akkana jedhaa: ‘Yaa Abbaa, maqaan kee haa qulqullaaʼu.*+ Mootummaan kee haa dhufu.+

  • Yohaannis 12:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Yaa Abbaa, maqaa keetiif ulfina kenni.” Achiis sagaleen,+ “Ani maqaa kootiif ulfina kenneera; ammas ulfina nan kennaaf”+ jedhu tokko samii irraa ni dhufe.

  • Hojii Ergamootaa 15:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Waaqayyo saba maqaa isaatiif taʼu saboota kaan keessaa fudhachuuf, yeroo jalqabaatiif akkamitti xiyyeeffannaa isaa gara isaaniitti akka naannesse+ Simiʼoon+ akka gaariitti ibseera.

  • Mulʼata 15:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Isaan akkana jedhanii faarfannaa Musee+ garbicha Waaqayyoo fi faarfannaa Hoolichaa+ faarfatu turan:

      “Yaa Waaqa keenya Yihowaa* isa Hundumaa Dandeessuu,+ hojiiwwan kee guguddaa fi dinqisiisoo dha.+ Yaa Mootii bara baraa,+ daandiiwwan kee qajeeloo fi dhugaa dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi