LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 59:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Dheekkamsa keetiin isaan fixi;+

      Lammata akka hin argamnettis isaan fixi;

      Waaqayyo Yaaqoob gidduutti, hamma andaara lafaattis bulchaa kan jiru taʼuu isaa akka beekan godhi.+ (Seelaa)

  • Faarfannaa 92:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Yaa Yihowaa, ati garuu bara baraaf kan ol qabamte dha.

  • Daaniʼel 4:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kana eegdotatu labse,+ murtii* isaas qulqullootatu beeksise; kunis Inni Hundaa Olii mootummaa ilmaan namootaa irratti Bulchaa akka taʼee+ fi isas nama barbaade kamiif iyyuu akka kennu, akkasumas nama namoota hundumaatii gad taʼe isa irratti akka muudu namoonni lubbuudhaan jiran hundi akka beekaniifi.”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi