Baʼuu 6:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ani Abrahaam, Yisihaaqii fi Yaaqoobitti Waaqa Hundumaa Dandaʼu+ taʼee mulʼachaan ture; haa taʼu malee, maqaa koo isa Yihowaa+ jedhamu guutummaatti isaaniif hin ibsine.+
3 Ani Abrahaam, Yisihaaqii fi Yaaqoobitti Waaqa Hundumaa Dandaʼu+ taʼee mulʼachaan ture; haa taʼu malee, maqaa koo isa Yihowaa+ jedhamu guutummaatti isaaniif hin ibsine.+