LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 12:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Boodas achii baʼee gara naannoo gaarotaa Beetel+ irraa kallattii bahaatiin argamuu ni dhaqe; achiis Beeteliin kallattii dhihaatti, Aayiin+ immoo kallattii bahaatti hambisee dunkaana isaa dhaabe. Achittis Yihowaadhaaf iddoo aarsaa ijaaree,+ maqaa Yihowaa waammachuu jalqabe.+

  • Uumama 28:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yaaqoobis hirribaa dammaqee, “Dhuguma Yihowaan iddoo kana jira; ani garuu hin beekun ture” jedhe.

  • Ermiyaas 32:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Ati biyya Gibxii keessatti mallattoowwanii fi dinqiiwwan hamma harʼaatti beekaman raawwatteetta; akka kanaan, akkuma harʼa taʼetti Israaʼel keessatti, ilmaan namootaa gidduuttis ofii keetiif maqaa beekamaa taʼe qabaatteetta.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi