Uumama 26:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Kanaafuu, inni bakka sanatti iddoo aarsaa ijaaree maqaa Yihowaa waammate.+ Yisihaaq bakka sanatti dunkaana isaa ni dhaabe;+ tajaajiltoonni isaas achitti boolla bishaanii tokko ni qotan.
25 Kanaafuu, inni bakka sanatti iddoo aarsaa ijaaree maqaa Yihowaa waammate.+ Yisihaaq bakka sanatti dunkaana isaa ni dhaabe;+ tajaajiltoonni isaas achitti boolla bishaanii tokko ni qotan.