LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 12:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Boodas achii baʼee gara naannoo gaarotaa Beetel+ irraa kallattii bahaatiin argamuu ni dhaqe; achiis Beeteliin kallattii dhihaatti, Aayiin+ immoo kallattii bahaatti hambisee dunkaana isaa dhaabe. Achittis Yihowaadhaaf iddoo aarsaa ijaaree,+ maqaa Yihowaa waammachuu jalqabe.+ 9 Sana booda, Abraam buufata isaa buqqisee bakka tokkoo kaʼee bakka kan biraa buufachaa gara Negeeb+ deeme.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi