-
Uumama 35:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Achiis Yaaqoob maatii isaa fi namoota isaa wajjin jiran hundumaatiin akkana jedhe: “Waaqolii ormaa isin gidduutti argaman of biraa fageessaa;+ of qulqulleessaa; uffata keessanis jijjiirradhaa; 3 kaanees gara Beetelitti ol haa baanu. Achitti Waaqa dhugaa isa guyyaa dhiphina kootti na dhagaʼee fi bakkan dhaqe hundumaatti* anaa wajjin tureef+ iddoo aarsaa nan ijaara.”
-