15 Ani sii wajjinan jira; bakka dhaqxu hundumaattis sin eega; gara biyya kanaattis sin deebisa.+ Waadaan siif gale hamman raawwadhutti si hin dhiisu.”+
42 Waaqni abbaa kootii,+ Waaqni Abrahaamii fi inni Yisihaaq sodaatu*+ sun utuu naa wajjin hin jiru taʼee, silaa amma harka duwwaa na geggeessita turte. Waaqayyo dhiphina koo fi dhamaʼee hojjechuu koo argeera; inni eda galgala kan si akeekkachiises kanaafi.”+