-
Faarfannaa 78:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Sababiin isaas, isaan Waaqayyotti hin amanne;+
Dandeettii inni isaan oolchuuf qabuttis hin amanamne.
-
-
Ibroota 3:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Kan dhagaʼan taʼan iyyuu warri aarii guddaadhaaf isa kakaasan eenyufaa turan? Warra geggeessaa Museetiin Gibxii keessaa baʼan hunda hin turree?+
-
-
Ibroota 3:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Kanaafuu, isaan utuu hin galin kan hafan amantii waan dhabaniif+ akka taʼe ni hubanna.
-