Lakkoofsa 16:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Achiis Qoraan+ inni ilma Yizhaar,+ ilma Qehaat,+ ilma Leewwii+ taʼe, ilmaan Ruuben+ keessaa Daataanii fi Abiraam warra ilmaan Eeliyaab+ taʼan, akkasumas Oon isa ilma Peelet taʼee wajjin ni kaʼe. Lakkoofsa 16:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Lafattiinis banamtee* isaanii fi maatii isaanii, akkasumas nama kan Qoraa taʼe hundumaa+ fi miʼawwan isaanii hundumaa ni liqimsite.
16 Achiis Qoraan+ inni ilma Yizhaar,+ ilma Qehaat,+ ilma Leewwii+ taʼe, ilmaan Ruuben+ keessaa Daataanii fi Abiraam warra ilmaan Eeliyaab+ taʼan, akkasumas Oon isa ilma Peelet taʼee wajjin ni kaʼe.
32 Lafattiinis banamtee* isaanii fi maatii isaanii, akkasumas nama kan Qoraa taʼe hundumaa+ fi miʼawwan isaanii hundumaa ni liqimsite.