-
Iyyaasuu 1:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 “Guutummaa buufatichaa keessa darbaatii, ‘Biyya Waaqni keessan Yihowaan akka dhaaltaniif isinii kennutti seentanii dhaalaan fudhachuuf guyyaa sadii keessatti Yordaanosiin waan ceetaniif, galaa qopheeffadhaa’ jedhaatii sabicha ajajaa.”+
-