Keessa Deebii 9:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Yaa Israaʼel dhagaʼi, ati harʼa Yordaanosiin ceetee+ seenuudhaan biyya saboota si caalaa guguddoo fi ciccimoo taʼan,+ magaalota guguddoo dallaawwan dhagaa samii bira gaʼan qaban,+ Iyyaasuu 3:2, 3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Geggeessitoonnis+ guyyaa sadii booda guutummaa buufatichaa keessa darbanii 3 akkana jedhanii sabicha ajajan: “Leewwonni luboota taʼan taabota kakuu Waaqa keessan Yihowaa baatanii akkuma argitaniin,+ iddoo keessanii kaʼaatii isa duukaa buʼaa.
9 “Yaa Israaʼel dhagaʼi, ati harʼa Yordaanosiin ceetee+ seenuudhaan biyya saboota si caalaa guguddoo fi ciccimoo taʼan,+ magaalota guguddoo dallaawwan dhagaa samii bira gaʼan qaban,+
2 Geggeessitoonnis+ guyyaa sadii booda guutummaa buufatichaa keessa darbanii 3 akkana jedhanii sabicha ajajan: “Leewwonni luboota taʼan taabota kakuu Waaqa keessan Yihowaa baatanii akkuma argitaniin,+ iddoo keessanii kaʼaatii isa duukaa buʼaa.