LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 14:22, 23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 “Ati midhaan maasii kee irraa waggaa waggaadhaan argattu hundumaa keessaa kudhan keessaa tokko* kennuu qabda.+ 23 Yeroo hundumaa Waaqa kee Yihowaa sodaachuu akka barattuufis,+ midhaan kee, daadhii wayinii kee isa haaraa fi zayitii kee keessaa harka kudhan keessaa harka tokko, akkasumas loonii fi bushaayee kee keessaa isa dura dhalate, Waaqa kee Yihowaa duratti bakka maqaan isaa achi akka jiraatuuf filate keessatti ni nyaatta.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi