LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 14:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Maallaqa sanaanis wanta barbaadde* akkamii iyyuu, jechuunis loon, hoolota, reʼoota, daadhii wayinii fi dhugaatii alkoolii kan biraa, akkasumas wanta barbaadde* kam iyyuu bitachuu dandeessa; atis maatii kee wajjin achitti Waaqa kee Yihowaa duratti ni nyaatta, ni gammaddas.+

  • 1 Mootota 8:66
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 66 Guyyaa itti aanuttis* inni namoota sana ni geggeesse; isaanis mooticha ni eebbisan; gaarummaa Yihowaan tajaajilaa isaa Daawitittii fi saba isaa Israaʼelitti argisiise hundaan kan kaʼes ililchaa fi garaan isaanii gammadaa+ gara mana mana isaanii deeman.

  • Nahimiyaa 8:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Innis, “Guyyaan kun Gooftaa keenyaaf qulqulluu waan taʼeef, dhaqaa, wantoota filatamoo* nyaadhaa; wanta miʼaawaa dhugaa; warra wanta qophaaʼe hin qabneefis nyaata ergaa;+ gammachuun Yihowaa dahoo* keessan waan taʼeef hin gaddinaa” isaaniin jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi