-
Keessa Deebii 26:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Achiis ati Leewwichaa fi nama biyya ormaa si gidduu jiruu wajjin wanta gaarii Waaqni kee Yihowaan sii fi maatii keetiif kenne hundumaatti ni gammadda.+
-
-
Faarfannaa 100:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Gammachuudhaan Yihowaa tajaajilaa.+
Ililchuudhaanis isa duratti dhihaadhaa.
-