-
Keessa Deebii 14:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Yeroo hundumaa Waaqa kee Yihowaa sodaachuu akka barattuufis,+ midhaan kee, daadhii wayinii kee isa haaraa fi zayitii kee keessaa harka kudhan keessaa harka tokko, akkasumas loonii fi bushaayee kee keessaa isa dura dhalate, Waaqa kee Yihowaa duratti bakka maqaan isaa achi akka jiraatuuf filate keessatti ni nyaatta.+
-