-
Leewwota 4:29, 30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Harka isaa mataa horii aarsaa cubbuu taʼee dhihaatu sanaa irra haa kaaʼu; achiis horii aarsaa cubbuu taʼee dhihaatu sana bakkuma horiin aarsaa gubamu taʼee dhihaatu itti qalamutti haa qalu.+ 30 Lubichi dhiiga sana irraa muraasa isaa quba isaatiin fuudhee gaanfota iddoo aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatu sanaa ni diba; dhiiga isaa isa hafe hundumaa immoo iddoo aarsaa jalatti ni dhangalaasa.+
-