LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 22:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 “Yihowaadhaaf qofa malee namni waaqolii akkamiitiif iyyuu aarsaa dhiheessu hundi haa balleeffamu.+

  • Baʼuu 32:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Yeroo kanatti inni, “Yihowaan Waaqni Israaʼel, ‘Tokkoon tokkoon namaa goraadee isaa haa hidhatu; achiis guutummaa buufatichaa keessa karra tokko irraa gara karra isa kaanii deemuudhaan obboleessa isaa, ollaa isaa fi michuu isaa haa ajjeesu’ jedheera” isaaniin jedhe.+

  • Lakkoofsa 25:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Museenis abbootii murtii Israaʼeliin,+ “Tokkoon tokkoon keessan namoota keessan warra waaqeffannaa Baʼaal isa Pheʼor irratti hirmaatan* ajjeesaa” jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi