Lakkoofsa 25:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Kanaafuu, Israaʼel isaanii wajjin waaqeffannaa Baʼaal isa Pheʼor* irratti ni hirmaate;+ Yihowaanis Israaʼelitti ni dheekkame. 1 Mootota 18:40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 Achiis Eeliyaas, “Raajota Baʼaal qabaa! Isaan keessaa tokko illee akka hin miliqne!” isaaniin jedhe. Isaanis yeruma sana isaan qaban; Eeliyaasis gara laga* Qiishoonitti+ gad isaan buusee achitti isaan gorraʼe.*+ 1 Qorontos 10:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Lakki; saboonni aarsaa kan dhiheessan Waaqayyoof utuu hin taʼin, jinniiwwaniifi jechuu koo ti;+ ani immoo isin jinniiwwanii+ wajjin qooda akka qabaattan hin barbaadu.
3 Kanaafuu, Israaʼel isaanii wajjin waaqeffannaa Baʼaal isa Pheʼor* irratti ni hirmaate;+ Yihowaanis Israaʼelitti ni dheekkame.
40 Achiis Eeliyaas, “Raajota Baʼaal qabaa! Isaan keessaa tokko illee akka hin miliqne!” isaaniin jedhe. Isaanis yeruma sana isaan qaban; Eeliyaasis gara laga* Qiishoonitti+ gad isaan buusee achitti isaan gorraʼe.*+
20 Lakki; saboonni aarsaa kan dhiheessan Waaqayyoof utuu hin taʼin, jinniiwwaniifi jechuu koo ti;+ ani immoo isin jinniiwwanii+ wajjin qooda akka qabaattan hin barbaadu.