LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 4:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “Baʼaal isa Pheʼoriin ilaalchisee wanta Yihowaan godhe ijuma keessaniin argitaniittu; Waaqni keessan Yihowaan nama Baʼaal isa Pheʼor duukaa buʼe hundumaa isin gidduudhaa haxaaʼee balleesseera.+

  • Iyyaasuu 22:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Cubbuun Pheʼoritti raawwatame nutti hanqatee? Yaaʼii Yihowaa irratti dhaʼichi kan dhufe taʼus, nuti hamma harʼaatti isa irraa of hin qulqulleessine.+

  • Faarfannaa 106:28, 29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Achiis isaan waaqeffannaa Baʼaal+ isa Pheʼor irratti ni hirmaatan,*

      Aarsaawwan warra duʼaniif* dhihaatanis ni nyaatan.

      29 Gochawwan isaaniitiin isa dheekkamsiisan,+

      Dhaʼichis isaan gidduutti ni kaʼe.+

  • Hoseʼaa 9:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “Ani akkuma firii wayinii lafa onaa keessa jiruutti Israaʼeliin nan argadhe.+

      Akkuma firii harbuu jalqabaa muka harbuu irra jiruutti abbootii keessan nan arge.

      Isaan garuu gara Baʼaal isa Pheʼor ni dhaqan;+

      Wanta qaanessaa taʼeef of ni murteessan,+

      Akkuma wanta* qaanessaa jaallatan sanaattis balfamoo ni taʼan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi