-
Lakkoofsa 25:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Haa taʼu malee yeruma sana, utuma isaan balbala dunkaana walgaʼii duratti booʼaa jiranii, Israaʼelota keessaa namichi tokko Musee fi guutummaan yaaʼii Israaʼel utuma isa ilaalanii dubartii biyya Miidiyaan takka gara obboloota isaatti fidee dhufe.+
-