-
Hoseʼaa 9:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 “Ani akkuma firii wayinii lafa onaa keessa jiruutti Israaʼeliin nan argadhe.+
Akkuma firii harbuu jalqabaa muka harbuu irra jiruutti abbootii keessan nan arge.
-