1 Mootota 16:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Ahaab daandii Yeroboʼaam+ ilma Nebaat irra deemuun isaa iyyuu itti hanqatee, Iizaabel+ ishii intala Etbaʼaal isa mootii Siidoonotaa+ taʼe sanaa ni fuudhe; akkasumas Baʼaaliin tajaajiluu+ fi isaaf sagaduu ni jalqabe. Ermiyaas 11:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Yaa Yihudaa, waaqoliin kee akkuma magaalota keetii hedduu taʼaniiru; isin wanta* nama qaanessuuf, jechuunis Baʼaaliif aarsaa dhiheessuuf iddoowwan aarsaa akkuma daandiiwwan Yerusaalem keessa jiraniitti hedduu taʼan dhaabdaniittu.’+
31 Ahaab daandii Yeroboʼaam+ ilma Nebaat irra deemuun isaa iyyuu itti hanqatee, Iizaabel+ ishii intala Etbaʼaal isa mootii Siidoonotaa+ taʼe sanaa ni fuudhe; akkasumas Baʼaaliin tajaajiluu+ fi isaaf sagaduu ni jalqabe.
13 Yaa Yihudaa, waaqoliin kee akkuma magaalota keetii hedduu taʼaniiru; isin wanta* nama qaanessuuf, jechuunis Baʼaaliif aarsaa dhiheessuuf iddoowwan aarsaa akkuma daandiiwwan Yerusaalem keessa jiraniitti hedduu taʼan dhaabdaniittu.’+