LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 18:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 yeroo Iizaabel+ raajota Yihowaa ajjeesaa turtetti Obaadiyaan raajota 100 fuudhee 50 holqa tokko keessa, 50 immoo holqa kan biraa keessa dhoksee nyaataa fi bishaan isaaniif kennaa ture.)

  • 1 Mootota 18:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Egaa amma Israaʼelota hunda, akkasumas raajota Baʼaal 450 fi raajota utubaa waaqeffannaa*+ 400 warra maaddii Iizaabel irraa nyaatan Gaara Qarmeelos+ irratti walitti naaf qabi.”

  • 1 Mootota 21:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Haati manaa isaa Iizaabelis, “Ati mootii Israaʼeliin bulchaa jiru mitii? Kaʼiitii nyaata nyaadhu; garaan kees haa gammadu. Maasii wayinii Naabot Yezriʼelichaa ani siifan kenna” isaan jette.+

  • 2 Mootota 9:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Achiis Yehuun gara Yezriʼel+ dhufe; Iizaabelis+ waaʼee kanaa ni dhageesse. Kanaafuu, ishiin ija ishii kuullattee, mataa ishiis tottolfattee karaa foddaa gad ilaalaa turte.

  • Mulʼata 2:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 “‘Taʼus, waanan itti si komadhu qaba, dubartii Iizaabel+ jedhamtu, ishii raajii ofiin jettuu fi garboonni koo halalummaa*+ akka raawwatan, akkasumas wantoota waaqolii tolfamoodhaaf aarsaa taʼan akka nyaatan barsiistuu fi dogoggorsitu sana callistee ilaalta.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi