1 Mootota 16:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Ahaab daandii Yeroboʼaam+ ilma Nebaat irra deemuun isaa iyyuu itti hanqatee, Iizaabel+ ishii intala Etbaʼaal isa mootii Siidoonotaa+ taʼe sanaa ni fuudhe; akkasumas Baʼaaliin tajaajiluu+ fi isaaf sagaduu ni jalqabe. 2 Mootota 9:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Yooraamis, akkuma Yehuu argeen, “Yehuu, nagumaan dhuftee?” isaan jedhe. Inni garuu, “Sagaagalummaan haadha tee Iizaabelii+ fi falfalli* ishii hedduun utuu jiruu nagaa maaliitu jira?”+ isaan jedhe.
31 Ahaab daandii Yeroboʼaam+ ilma Nebaat irra deemuun isaa iyyuu itti hanqatee, Iizaabel+ ishii intala Etbaʼaal isa mootii Siidoonotaa+ taʼe sanaa ni fuudhe; akkasumas Baʼaaliin tajaajiluu+ fi isaaf sagaduu ni jalqabe.
22 Yooraamis, akkuma Yehuu argeen, “Yehuu, nagumaan dhuftee?” isaan jedhe. Inni garuu, “Sagaagalummaan haadha tee Iizaabelii+ fi falfalli* ishii hedduun utuu jiruu nagaa maaliitu jira?”+ isaan jedhe.