Leewwota 20:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “‘Nama* isaanii wajjin karaa hafuuraa sagaagalummaa raawwachuuf gara eker dubbistootaa+ fi gara raagdotaatti+ garagale kam iyyuu, ani dhugumaan itti garagalee saba isaa gidduudhaa isa nan balleessa.*+ Keessa Deebii 18:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Namni ilma isaa yookiin intala isaa ibiddaan gubu,*+ namni hooda dubbatu,+ namni falfala raawwatu,+ namni milkii ilaalu,+ 1 Mootota 18:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Egaa amma Israaʼelota hunda, akkasumas raajota Baʼaal 450 fi raajota utubaa waaqeffannaa*+ 400 warra maaddii Iizaabel irraa nyaatan Gaara Qarmeelos+ irratti walitti naaf qabi.”
6 “‘Nama* isaanii wajjin karaa hafuuraa sagaagalummaa raawwachuuf gara eker dubbistootaa+ fi gara raagdotaatti+ garagale kam iyyuu, ani dhugumaan itti garagalee saba isaa gidduudhaa isa nan balleessa.*+
10 Namni ilma isaa yookiin intala isaa ibiddaan gubu,*+ namni hooda dubbatu,+ namni falfala raawwatu,+ namni milkii ilaalu,+
19 Egaa amma Israaʼelota hunda, akkasumas raajota Baʼaal 450 fi raajota utubaa waaqeffannaa*+ 400 warra maaddii Iizaabel irraa nyaatan Gaara Qarmeelos+ irratti walitti naaf qabi.”