LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 2:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kanaafuu, Israaʼelonni wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwatan; Baʼaaliinis ni tajaajilan.*+

  • Abbootii Murtii 10:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Israaʼelonni ammas wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwatan;+ akkasumas Baʼaaliin,+ siidaawwan Ashtooret, waaqolii Aaraam,* waaqolii Siidoon, waaqolii Moʼaab,+ waaqolii Amoonotaa+ fi waaqolii Filisxeemotaa+ tajaajiluu jalqaban. Yihowaa ni dhiisan; isas hin tajaajille.

  • 2 Mootota 10:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Kanaafuu, raajota Baʼaal+ hundumaa, waaqeffattoota isaa hundumaa fi luboota+ isaa hundumaa naaf waamaa. Ani Baʼaaliif aarsaa guddaa waanan dhiheessuuf, namni tokko illee akka hin hafne. Namni hafu kam iyyuu lubbuudhaan hin jiraatu.” Haa taʼu malee, Yehuun akkana kan jedhe malaan waaqeffattoota Baʼaal balleessuuf jedhee ti.

  • 2 Mootota 17:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Isaan ajajawwan Waaqa isaanii Yihowaa hunda ni dhiisan; siidaawwan jabbilee lama sibiila irraa* ni tolchan;+ utubaa waaqeffannaa*+ tokkos ni hojjetan; guutummaa raayyaa samiitiif ni sagadan;+ Baʼaaliinis ni tajaajilan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi