13 Eelsaaʼis mootii Israaʼeliin, “Anii fi ati maal wal irraa qabna?+ Gara raajota abbaa keetii fi gara raajota haadha teetii dhaqi”+ jedhe. Mootiin Israaʼel garuu, “Nu mootota sadan kana harka Moʼaabitti dabarsee kennuuf kan nu waame Yihowaa waan taʼeef, ati akkana hin jedhin” isaan jedhe.