LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 10:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Gara waaqolii filattan sanaa dhaqaatii gargaarsaaf isaanitti iyyadhaa.+ Yeroo dhiphina keessaniitti isaan isin haa oolchan.”+

  • 1 Mootota 18:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Egaa amma Israaʼelota hunda, akkasumas raajota Baʼaal 450 fi raajota utubaa waaqeffannaa*+ 400 warra maaddii Iizaabel irraa nyaatan Gaara Qarmeelos+ irratti walitti naaf qabi.”

  • 1 Mootota 22:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kanaafuu, mootiin Israaʼel raajota gara 400 taʼan walitti qabee, “Raamot Giiliyaadiin waraanuuf dhaqu moo dhiisu?” jedhee isaan gaafate. Isaanis, “Dhaqi; Yihowaan harka mootichaatti dabarsee ishii ni kenna” isaan jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi