27 Gara waareettis Eeliyaas, “Sagalee keessan ol kaasaatii iyyaa! Silaa inni waaqa dha!+ Tarii yaadaan fudhatameera yookiin mana boolii dhaqeera taʼa. Yookiin rafee taʼuu waan dandaʼuuf namni isa dammaqsu isa barbaachisa taʼa!” jedhee isaanitti qoosuu jalqabe.