-
1 Saamuʼel 2:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 “‘Kanaafuu, dubbiin Yihowaa Waaqa Israaʼel akkana jedha: “Ani manni kee fi manni abbaa keetii yeroo hundumaa fuula koo dura akka deemu dubbadheen ture.”+ Amma garuu Yihowaan akkana jedha: “Kana booda garuu kun matumaa hin taʼu; sababiin isaas ani warra ulfina naa kennaniif ulfina nan kenna;+ warri na tuffatan garuu ni tuffatamu.”
-