Faarfannaa 18:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yihowaan akka qajeelummaa kootti na kiisa;+Akka qulqullummaa harka koottis naaf deebisa.+ Faarfannaa 91:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Waaqayyo akkana jedheera: “Waan na jaallateef,* isa nan oolcha.+ Maqaa koo waan beekeefis* isa nan eega.+
14 Waaqayyo akkana jedheera: “Waan na jaallateef,* isa nan oolcha.+ Maqaa koo waan beekeefis* isa nan eega.+