LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 26:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Tokkoon tokkoon namaatiif akka qajeelummaa+ isaattii fi akka amanamummaa isaatti kan isaaf deebisu Yihowaa dha; kunoo, harʼa Yihowaan harka kootti dabarsee si kennee ture; ani garuu isa Yihowaan dibe irratti harka koo kaasuu hin barbaanne.+

  • 1 Mootota 8:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 ati samii keessaa dhagaʼi; isa hamaa yakkamaa* taʼuu isaa ibsitee wanta inni raawwate mataa isaa irratti deebisuudhaan, isa qajeelaa taʼe immoo qulqulluu* taʼuu isaa ibsitee akka qajeelummaa isaatti isa kiisuudhaan tarkaanfii fudhadhu; tajaajiltoota keetiifis murtii kenni.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi