-
1 Saamuʼel 24:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Namoota isaatiinis, “Inni isa Yihowaan dibe waan taʼeef, ani gooftaa koo isa Yihowaan dibe irratti harka koo kaasee wanta akkanaa isa irratti raawwachuun Yihowaa duratti wanta hin yaadamne dha”+ jedhe.
-