LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 24:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Namoota isaatiinis, “Inni isa Yihowaan dibe waan taʼeef, ani gooftaa koo isa Yihowaan dibe irratti harka koo kaasee wanta akkanaa isa irratti raawwachuun Yihowaa duratti wanta hin yaadamne dha”+ jedhe.

  • 2 Saamuʼel 1:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Achiis Daawit, “Isa Yihowaan dibe ajjeesuuf yommuu harka kee kaastu maaliif hin sodaanne?” isaan jedhe.+

  • 1 Seenaa Baraa 16:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 ‘Warra ani dibe hin tuqinaa;

      Raajota koo irrattis wanta hamaa tokko illee hin raawwatinaa’ jedhe.+

  • Faarfannaa 20:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Yihowaan isa dibe sana akka oolchu amma ani beekeera.+

      Inni samii isaa isa qulqulluu taʼe irraa,

      Harka isaa mirgaatiin fayyina* guddaadhaan deebii isaaf ni kenna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi