Uumama 20:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Ammas haadha manaa namichaa deebisi; inni raajii waan taʼeef,+ siif jecha wawwaannaa ni dhiheessa;+ atis lubbuudhaan jiraachuu kee itti fufta. Ishii hin deebistu taanaan garuu, atii fi warri kan kee taʼan hundi dhugumaan akka duutan beeki.”
7 Ammas haadha manaa namichaa deebisi; inni raajii waan taʼeef,+ siif jecha wawwaannaa ni dhiheessa;+ atis lubbuudhaan jiraachuu kee itti fufta. Ishii hin deebistu taanaan garuu, atii fi warri kan kee taʼan hundi dhugumaan akka duutan beeki.”